Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:46 - WAADAA LAMMATAA

46 Isa qabuu barbaadanii, gumiin akka raagaatitti waan isa laaluuf isaan sodaatanii isa dhiisan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

46 Kanaaf isa qabu'uuf barbaadanii turan, ummanni garuu akka nabiyyi'ii titti ni laalan waan turaniif, ni sodaatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

46 Isa qabuu barbaadanii gumiin akka raagaatitti waan isa laaluuf isaan sodaatanii dhiisaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:46
15 Referans Kwoze  

Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.


‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.


«Namoota Israa'elii dubbii kana dhagayaa'a! akkuma isinuu beettan Rabbi karaa Yesuusii Naazireeti'iitiin isin jiddu'utti baasaa fi maalale'een nama malkataan Rabbiin biraa isinitti mudhate.


Adunyaan isin jibbuu hin dandeettu; ani ammoo waan hujiin isi'ii dhara ta'uu isi'itti raguuf ana na jibbiti.


Fariisichi isa hurbaataa nyaachisu'uuf waamellee argeet namichi kun uduu raaga ta'ee ta luka isaa qaqqabdu tun maal akka taate attamitti akka turtellee hin beeka ture. Isiin cubbamtu'u jedhee garaa ufiititti yaade.


Maruu sodaatanii, edduu keennatti raanni guddaan ka'eera. Rabbillee banii ufii tooyateera jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.


Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonni hennaa mammaaka dhagayan, akka inni waan isaanii dubbata'aaru hubatan.


Yesuus ammallee deebisee mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.


Bulchoota gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee, waan Yesuus jedhe dhagayanii, mala isa ittiin ajjeesan barbaaduu jalqaban, gumiin barumsa isaa guddisanii waan maalalfataniif, isaan isa sodaatan.


Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite