Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Ka dhakaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhakaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Ka dhagaa kana irratti kufu ni caba, naminni dhagaan isa irratti kufe garuu, ni bullaaya.»]

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Ka dhagaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhagaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:44
22 Referans Kwoze  

Isaan worra hin amanne waan ta'aniif, dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.


Namni dhagaa san irratti kufu maruu hin caccaba; namni dhagaan sun irratti kufu ammoo hin bututa» jedhe.


Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'uu» jedhan.


Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haata'uu ammoo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.


Ilmi Namaa akkuma wonti isaa barreeffame hin du'a. Haata'uu ammoo, «Nama Ilma Namaa dabarsee kennu san aanne'e! Namni sun silaa uduu dhalachuu baatee isaa woyya» isaaniin jedhe.


Yesuusillee deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.


«Kanaaf, akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee, banii daraaraa godhatuuf kennamti. [


Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonni hennaa mammaaka dhagayan, akka inni waan isaanii dubbata'aaru hubatan.


Achiin maayessa Simoon isaan eebbise Maariyaamiin, «Daa'imni kun Israa'eliin keessatti nama hedduuf sababa badi'ii, nama hedduuf ammoo sababaa fayyinaa akka ta'uuf muudameera. Kunillee worra isaan mormuuf malkata ta'a; yaanni dhossa'aa ka garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti baya Gaddi akka guraadee qaramellee garaa kee woraana» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite