Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:43 - WAADAA LAMMATAA

43 «Kanaaf, akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee, banii daraaraa godhatuuf kennamti. [

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Kanaaf, «Akkana isiniin ni jedha, Mootummaan Waaqaa isin irraa fudhatamittee, ummata firii daraararuuf ni kennamtti. [

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 «Kanaaf akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee banii daraaraa godhatuuf kennamti. [

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:43
13 Referans Kwoze  

Isaan deebisanii, «Inni worra hamoota hammeenna isaaniitiin isaan ajjeesa. Biqiltuu woyini'ii kana, qonnaan bultoota biraa hennama henna'aan yoo midhaan gaye isaa fidaniifiititti kenna.» jedhaniin.


Isin ammoo dukkana keessaa gara ifa isaa ka maalale'eetitti ka isin waame, dhaloota mishummaa isaa dubbatu'uuf filatame, gadicha mooti'ii, banii woyyu'uu fi gosa ristii isaatiif fooyame.


Yesuusillee deebisee, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha, namni lammaffaa deebi'ee yoo dhalate malee, jeennata Rabbii galuu hin danda'u» jedheen.


Yesuusillee akkana jedhee deebiseef, «Dhugama dhuga'aatiin siin jedha, namni bisaanii fi Ayyaana Woyyuu irraa yoo dhalate malee, jeennata Rabbii galuu hin danda'u.


Raaga dubbachuu yoo qabaadhe, dhossaa maraaf beekkomsa maraa yoo beeke, haga gaarran hule'ee kaasuutti amantaa maraa yoo qabaadhe, jaalala ammoo yoo hin qabaanne duwwa'a.


Ani ammoo Ayyaana Rabbiitiin jinnii yoo baase, jeennanni Rabbii gara keessan dhufteerti.


Yesuus, «Isin barreeffama Woyyuu keessatti, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, inni dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e; kun Goofta'an ta'e, Ija keennaafillee waan baasaa ti!› Ka jedhu horomaa hin dubbifnee?


Ka dhakaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhakaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite