Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Yesuus, «Isin barreeffama Woyyuu keessatti, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, inni dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e; kun Goofta'an ta'e, Ija keennaafillee waan baasaa ti!› Ka jedhu horomaa hin dubbifnee?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Kitaabban qulqullaawota keessatti, ‹dhagaa worri kaabaa dhaga'aa ijaaran tuffataniin, inni dhagaa ijoo cabissata mata'aa ni ta'e, kun'llee hujii Goofta'aati, ija teennaaf'llee baasa› jedhamee ka barreeffame, gonkumaa isin hin dubbifinnee moo?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Yesuus, «Isin barreeffama Woyyuu keessatti, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, inni dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e; kun Goofta'aan ta'e, Ija keennaafillee waan baasaati!› Ka jedhu horomaa hin dubbifnee?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:42
13 Referans Kwoze  

Inni kun dhagaa isin worri mana dhaga'aa ijaartan tuffattan, dhagaa mataa utubaa manaa qajeelchu ta'e.


Hundee ergamtootaatii fi raattotaa irratti ijaaramtaniirtan. Utubaan dhaga'aallee Yesuus Kiristoos.


«Kanaaf, akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee, banii daraaraa godhatuuf kennamti. [


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite