Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Eegasuu Abbaan biqiltuu woyinii sanii hennaa dhufe, qonnaan bultoota san waan maal godhu seetan?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 «Eegaa, abbaan biqilttuu woyinni'ii yeroo dhufetti, qotee bulttoota kanniin irratti maal ka raawwatu isinitti fakkaata?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Eegasuu abbaan biqiltuu woyini'ii sun hennaa dhufe qonnaan bultoota san waan maal godhu seetan?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:40
7 Referans Kwoze  

Namni Ilma Rabbii tuffate, waadaa dhiiga ittiin qulqullaaye san ka akka batti'iititti laakkaye, ka Ayyaana badhaadhaa arrabse adabbiin maraa caalu isa irratti waan hin taane seetanii?


«Eegasuu abbaan maasaa woyini'ii maal isaan godhinna laata? dhufee qonnaan bultoota sanniin balleessa. Maasaa woyini'ii san worra biraatiif kenna.


Hennaa woyiniin sun gaye, midhaan fudhachu'uuf hojjattoota ufii gara worra biqiltuu woyini'ii eeganii erge.


Isaan Ilma isaa qabanii, biqiltuu woyini'ii keessaa baasanii ajjeesan.


Isaan deebisanii, «Inni worra hamoota hammeenna isaaniitiin isaan ajjeesa. Biqiltuu woyini'ii kana, qonnaan bultoota biraa hennama henna'aan yoo midhaan gaye isaa fidaniifiititti kenna.» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite