Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:36 - WAADAA LAMMATAA

36 Worra hojjattoota duraa laakkobsaan caalan isaanitti erge. Sanniinillee akkuma kaawwanii godhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

36 Abbaan bakka biqilttuu woyinni'llee deebi'ee tajaajilttoota, laakkofssi isaanii worra duraanii caalu erge. Qotee bulttoonni isaan irratti'llee gochuma wol fakkaataa ni raawwatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

36 Abbaan maasaa biqiltuu sanii worra hojjattoota duraa laakkobsaan caalan isaanitti erge. Sanniinillee akkuma kaawwanii godhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:36
4 Referans Kwoze  

Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin: Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera, kormaa fi horiin coomnillee qalameera. Maruu qophaayeera gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa jedha'aatii itti himaa'a› jedhe.


Qonnaan bultoonni isaa sun hojjattoota isaa keessaa nama tokko qabanii dhaanan, kaan hin ajjeesan, kaan ammoo dhaka'aan tuman.


Maayessa ammo, «Ilma kiyya hin kabajjan.» jedhee, Ilma ufii isaanitti erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite