Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Hennaa woyiniin sun gaye, midhaan fudhachu'uuf hojjattoota ufii gara worra biqiltuu woyini'ii eeganii erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Ji'a calla'aa gayetti gayee isaa akka isaa fuudhaniif, tajaajilttoota isaa gara qotee bulttootaa ni erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Hennaa woyiniin sun gaye, midhaan fudhachu'uuf hojjattoota ufii gara worra biqiltuu woyini'ii eeganii erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:34
20 Referans Kwoze  

Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf, mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan.


Qonnaan bultoonni isaa sun hojjattoota isaa keessaa nama tokko qabanii dhaanan, kaan hin ajjeesan, kaan ammoo dhaka'aan tuman.


Qonnaan bultoonni sun ammoo, Ilma isaa hennaa argan, ‹Ka dhaalu kanaa; koottaa, isa ajjeefnee ristii fudhannaa.› woliin jedhan.


Eegasuu Abbaan biqiltuu woyinii sanii hennaa dhufe, qonnaan bultoota san waan maal godhu seetan?» isaaniin jedhe.


Isaan deebisanii, «Inni worra hamoota hammeenna isaaniitiin isaan ajjeesa. Biqiltuu woyini'ii kana, qonnaan bultoota biraa hennama henna'aan yoo midhaan gaye isaa fidaniifiititti kenna.» jedhaniin.


Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti himuu jalqabe, «Namichi tokko biqiltuu woyini'ii dhaabee, dhaga'aan dallawa itti dallayee, boolla woyinii itti cuunfan qotee, siree irra taa'anii eegan ijaaree, qonnaan bultootatti kireessee gara biyya fago'oo deeme.


Qonnaan bultoonni sun ammoo, ‹Ka abbaa maasaa muka woyini'ii dhaalu kanaa; kootaa isa hin ajjeefnaa, dhaalli nuuf ta'aa› woliin jedhan.


«Eegasuu abbaan maasaa woyini'ii maal isaan godhinna laata? dhufee qonnaan bultoota sanniin balleessa. Maasaa woyini'ii san worra biraatiif kenna.


Innillee mammaaka kana banitti himuu jalqabe. «Namichi tokko ashaakiltii woyini'ii dhaabee qonnaan bultootaaf bara hedduuf kiraa kenne gara biyya biraa deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite