Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Eennullee yoo waa isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada, inni uduu hin turin deebisa› jedhaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Naminni kumi'llee waan tokko yoo isiniin jedhe ‹Gooftaan waan isaan barbaaduuf› jedhaanii, Inni'llee harriin bakkumatti isaan ni erga.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Eennullee yoo waa isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin deebisa› jedhaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:3
18 Referans Kwoze  

Inni jireennaa fi ayyaana waan maraa maraayyuu waan kennuuf, akka waan waa jalaa hanqatee, waan harki namaa hojjatetti hin fayyadamu.


Kennaa arjummaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii waan beetaniirtaniif, dureessa uduu ta'u, isin hiyyummaa isaatiin akka dureeyyii taatan waan keessaniif hiyyeessa ta'e.


Abbaan Ilma ufii hin jaalata, waan maraa isatti kenneera.


Waandhi onnee Tiito'oo keessa waan keessaniif jabeenna kaaye haa galatoomu.


Kennaan mishaan, eebbii guutuun maruu olii dhufa. Kennaan mishaan, kennaan mudaa hin qabne cuftinuu abbaa ifaa akka gaaddidduu hin jijjiiramne san biraa gubba'aa gad-bu'a.


«Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a, achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.


Wonti raattichi raage akka raawwatamuuf kun ta'e; wonti raattichi raagellee, «Intala Xiyooniitiin, ‹Kunoo, mootiin kee gad uf qabee, harre'ee fi ilmoo harre'ee irra taa'ee, gara kee dhufa'aara› jedha'aan» ka jedhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite