Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:27 - WAADAA LAMMATAA

27 Maarre isaan deebisanii, Yesuusiin, «Nu hin beennu» jedhan. Yesuusillee, «Baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

27 Kanaaf, «Hin beekinnu!» jechu'uun, Yesusii ni deebisan. Inni'llee, «Eegasuu ani'llee aangoo maali'iitiin kana mara akka raawwadhu, isinitti hin himu!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

27 Maarre isaan deebisanii, Yesuusiin, «Nu hin beennu» jedhan. Yesuusillee, «Baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:27
19 Referans Kwoze  

Oduun Nagayaa ka nu lallabne kun maal laataa yoo dhokate, worra badan jalaa dhokate.


Haguma Rabbiin beekuu jibaniin Rabbi waan hin taane akka godhan samuu faayyidaa hin qabneef dabarsee isaan kenne.


Namichillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eessaa akka dhufe wollaaluun keessan kun waan maalalchiisa'a! Waa maraafuu inni ija tiyya baneera.


Obboroo, ‹Yoo samiin duumessaayee gurraachate, adha hin rooba› jettan, bifa sami'ii laaltanii attam akka ta'e himuu hin beettan. Malkata baraa attam akka ta'e himuu hin dandeettanii?


Waan isaanii dhiisaa'a; isaan ballaa ballaa masakku. Ballaan ballaa yoo masakke lamaanuu wol qabatanii boollatti badan» jedhe.


‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.


Yesuus isaaniin, «Maal isinitti fakkaata? Namichi tokko ijoollee lama qaba; inni gara hangaftichaa dhaqee, ‹Ilma kiyya, adha hulee woyini'ii dhaqii huji› jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite