Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:26 - WAADAA LAMMATAA

26 ‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 ‹nama biraayyi› yoo jenne ammoo, Yohaanisiin marri isaaniituu akka nabiyyi'ii titti waan isa laalaniif, ummata ni sodaanna.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 ‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:26
17 Referans Kwoze  

Sababaanillee Heroodis Yohaannis nama qajeela'aa fi Woyyuu akka ta'e beekee sodaatee eessisa'aa ture. Heroodiis hennaa dubbii Yohaannisii dhagaye akka malee yaaddaye. Ta'ullee gammachu'uun isa jalaa dhagaya'aa ture.


Inni ibsoo bobayuu fi ifu. Isinillee bara diqqo'oof ifa sanitti gammaduu barbaaddan.


Isa qabuu barbaadanii, gumiin akka raagaatitti waan isa laaluuf isaan sodaatanii isa dhiisan.


Heroodiis, Yohaannisiin ajjeesisuu barbaade, gumiin ammoo akka raagaatitti waan isa laalaniif sodaate.


Moo maal laalu'uuf? Raagaa? Ee dhugamaan isiniin jedhaa, ka raaga caalu argitan.


Hennaa san ajajaan hojjattootaa isaan woliin deemee isaan fide. Haata'uu ammoo baniin waan isaan tumuuf sodaatanii hunnaan isaan hin finne.


Maatiin isaa waan Yihuudota sodaataniif kana jedhan, ka inni Kiristoos jedhee ragu yoo jiraate, Yihuudonni mana sagada Yihuudotaatii akka isaan hin baafneef Yihuudonni waan woliigalaniiraniif.


Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee gumii sodaatan malee attamiin akka isa balleessan barbaada'aa turan.


Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee mammaaka kana akka inni isaaniif mammaake beekanii, hennama san isa qabu'uuf barbaadanii, haata'uu ammoo gumii sodaatan.


‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.


Bulchoonni Yihuudotaa mammaaka kana akka Yesuus isaaniif mammaake beekanii, isa qabu'uuf barbaadan; Haata'uu ammoo gumii waan sodaataniif isa dhiisanii deeman.


‹Nama haa jennuu laata?› » jedhan. Namoonni maruu Yohaannisiin akka raagaatitti waan laalaniif gumii sodaatan.


Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.


Cuuphaan Yohaannis cuuphe Rabbiin irraa dhufe moo, yookiin nama irraa dhufe?» isaaniin jedhe. Isaanillee wol mormanii, « ‹Rabbiin irraa dhufe› yoo jenne, inni, ‹Isin maaf isa hin amanne ree?› nuun jedha;


Maarre isaan deebisanii, Yesuusiin, «Nu hin beennu» jedhan. Yesuusillee, «Baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite