Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Cuuphaan Yohaannis cuuphe Rabbiin irraa dhufe moo, yookiin nama irraa dhufe?» isaaniin jedhe. Isaanillee wol mormanii, « ‹Rabbiin irraa dhufe› yoo jenne, inni, ‹Isin maaf isa hin amanne ree?› nuun jedha;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Cuuphaan Yohaannis eessaa dhufe? Waaqaa irraayyi ture moo yookiin nama biraa?» Isaan'llee ufii isaanii titti akkana jechu'uun woliin ni mari'atan, « ‹Waaqaa biraayyi› yoo jenne, ‹eegaa maali'iif itti amanuu dhabddan ree?› nuun jedha,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Cuuphaan Yohaannis cuuphe Rabbiin irraa dhufe moo, yookaan nama irraa dhufe?» isaaniin jedhe. Isaanillee wol mormanii, « ‹Rabbiin irraa dhufe› yoo jenne inni, ‹Isin maaf isa hin amanne ree?› nuun jedha;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:25
24 Referans Kwoze  

Nama isatti amanu itti hin murtaayu. Ka isatti hin amanne ammoo, maqaa tokkicha Ilma Rabbiititti waan hin amanneef ammaa itti murtaayeera.


Yohaannis waan isaa ragee laagaa isaa ol fudhatee akkana jedhe. Kana maayessaan dhufu inni waan na dura tureef. Inni na caalaa kabajjamaa ta'eera. Wonti isaa ka ani jedhellee kana.


Isaanillee akkana jedhanii mari'atan, ‹Rabbiin irra› yoo jenne, ‹Maaf itti hin amanne?› nuun jedha.


Nama maqaan isaa Yohaannis jedhamu ka Rabbi erge tokkotu ture.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.


Yesuus deebisee, «Anillee gaafii tokko isin gaafadha; isin yoo deebii naa deebiftan, achiin maayii anillee baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hima.


‹Nama irraa› yoo jenne, martinuu akka raagaatitti waan Yohaannisiin laalaniif, gumii sodaanna» jedhan.


Isaan ammoo hin cadhisan. Innillee namicha qabee fayyiseeti geegesse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite