Wongeela Maatewos 21:23 - WAADAA LAMMATAA23 Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu, bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa23 Yesus'llee gara Mana Waaqeffanna'aa aseenee ni barsiisa ture. Yeroo sanitti itti gaafatamoonni qeesotaatii fi jaarsotiin ummataa gara isaa dhiyaataniiti, «Kana mara ka raawwattu aangoo maali'iitiin? Aangoo kana ka siif kenne eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu23 Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin. Gade chapit la |