Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Amanta'aan yoo faateffattan waan faateffattaniif san maraa hin argattan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Amantanii kadhanna'aan waan kahattan maraa, ni argattan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Yoo Amanti'iin Rabbiin kadhattan waan Rabbiin kadhattaniif san maraa hin argattan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:22
11 Referans Kwoze  

«Kadhadhaa'a isinii kennamaa; barbaadaa'a hin argattanii; balbala dhadhayaa'a isin jalaa banamaa.


Kanaaf ani akkana isiniin jedha, waan kadhattanii fi waan gaafattan maraa akka argattanitti amanaa'a, wonti gaafattan maruu isiniif kennama.


Ajaja isaa waan eennuuf, afoo isaatitti worra isa gammachisuu waan taaneef waan kadhannu maraa isaa irraa arganna.


Ammallee, ani akkana isiniin jedha, isin keessaa namni lamaa, biyya lafaa irratti woma kamiifuu wolii galee yoo faateffate, Abbaan kiyya ka samii irra jiru waan isaan kadhatan san isaanii godha.


Cubbuu keessan wolitti himadhaa'a, akka fayyitaniifillee tokko ka biraatii haa kadhatuu. Faateen nama qajeela'aa hunna waan qabduuf waan guddaa gooti.


Ani gara Aabbaa waan deemuuf, Aabballee waan Ilmaatiin akka kabajjamu waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa hin godha.


Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka ta'u kadhadhaa'a hin argatanii.


Na keessa yoo jiraattan dubbii yoo isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadha'aa isinii ta'a.


Eegasuu isin hammeeyyii taatanii, ijoollee teessaniif kennaa mishaa kennuu yoo beettan, Abbaan keessan ka samii jiru worra kadhataniif, attamitti waan mishaa caalchisee hin kennine ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite