Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuusillee deebisee, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin yoo amantaa qabaattani, mamuu yoo baattan, waan muka hurbu'uu irratti ta'e qofa hin gootan; isin gaara kanaanillee, ‹Asii buqqa'ii gara galaanaatitti darbam› yoo jettan, hin ta'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Dhugamaan isiniin jedha, amantii uduu qabaattanii fi shakkuu'llee uduu dhabaattanii, mukattii harbbu'uu irratti akkuma taasfame, raawwachuu qofa uduu hin ta'in, gaara kanaan'llee ‹asii ka'iitii gara garba ciisa'aa titti darbami!› uduu jettaniinii, isiniif ni ta'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus deebisee, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin yoo amantii qabaattan, yoo mamuu baattan, waan muka hurbu'uu irratti ta'e callaa hin gootan; isin gaara kanaan, ‹Asii buqqa'ii gara galaanaatitti darbam› yoo jettan hin ta'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:21
9 Referans Kwoze  

Isin keessaa eennullee womaa uduu hin mamne amanta'aan haa kadhatuu. Namni shakku nama bubbee danbalii galaanaatiin dhiibamee socho'u fakkaata.


Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Sababaa amantaan keessan diqqaateef malee, ani dhugamaan isiniin jedhaa, amantii diqqoo haga gumaa sanaafici'ii uduu qabaattanii, gaara kanaan, ‹Asii ka'ii achi deemi!› yoo jettan, innillee hin deema; Wonti isiniif hin danda'amne hin jiru.


Raaga dubbachuu yoo qabaadhe, dhossaa maraaf beekkomsa maraa yoo beeke, haga gaarran hule'ee kaasuutti amantaa maraa yoo qabaadhe, jaalala ammoo yoo hin qabaanne duwwa'a.


worri jeennata keessa taa'uu malan ammoo, hulee itti booyanii fi ilkaan itti qaran gara diidaa dukkanatti gataman» jedhe.


Darasoonni isaallee kana arganii attamitti yoosuu godde? jedhanii maalalan.


Yesuus deebisee, «Koottu!» jedheen. Maarre Pheexroos yabala keessaa bu'ee gara Yesuusii dhaqu'uuf, bisaan irra deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite