Wongeela Maatewos 21:19 - WAADAA LAMMATAA19 Karaa irratti muka hurbu'uu argee, gara isi'ii goree yoo laalu baala malee, womaa irratti hin argine. Achiin maayessa inni hurbuu saniin, «Horomaa deebi'ee sanyiin sirratti hin argamin» jedheen. Yoma san munni hurbu'uu sun goge. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Mukattii harbbu'uu takka karaa biratti argeeti gara isi'ii'llee ni dhaqe, garuu baala isi'ii malee womaayyuu irratti hin arganne. Kanaaf, «Ammaa achitti gonkumaa firiin sirratti hin argamin!» ni jedheen. Mukattiin'llee bakkumatti ni godde. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Karaa irratti muka hurbu'uu argee gara isi'ii goree yoo laalu baala malee womaa irratti hin argine. Achiin maayessa inni hurbuu saniin, «Horomaa deebi'ee sanyiin si irratti hin argamin» jedheen. Yoma san munni hurbu'uu sun goge. Gade chapit la |