Wongeela Maatewos 21:14 - WAADAA LAMMATAA14 Mana woyyuu keessatti balloonninii fi hokkoloonni gara Isaa dhufan, innillee isaan fayyise. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Yesus Mana Waaqeffanna'aa keessa uduu jiru, jaamotaa fi hokkolttoonni gara isaa dhufaniiti, isaan ni fayyise. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Mana woyyuu keessatti worri ija jaamanii fi hokkoloonni gara Isaa dhufan; inni isaan fayyise. Gade chapit la |