Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:13 - WAADAA LAMMATAA

13 «Manni kiyya mana itti faateffatan jedhama jedhamee barreeffameera; isin ammoo goda shiftootaa gootan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 « ‹Manni kiyya mana kadhanna'aa ni jedhama› isin garuu goda saamittotaa, ni taasfttan!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 «Manni kiyya ‹mana Rabbiin itti kadhatan jedhama› jedhamee barreeffameera; isin ammo goda shiftootaa gootan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:13
8 Referans Kwoze  

«‹Manni kiyya mana keessatti faateffatan ta'a› jedhamee barreeffameera, isin ammoo goda saamtotaa gootan» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa inni akkana jedhee barsiise, «Manni kiyya gosa maraaf mana itti faateffatan ta'a jedhamee barreeffameera. Isin ammoo goda hattuun itti dhokattu gootan» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo seera isaaniititti akkanumaan na jibban jedhamee dubbiin barreeffame akka raawwatamuuf kun ta'e.


Isaan akkana jedhaniin «Biyya Yihuuda'aa qachaa Beeteliheemiititti dhalata; kun dubbii raagaan,


Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, worra waa gurgurataniif waa bitatan baasuu jalqabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite