Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, namoota mana woyyuu keessatti bitatuuf gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuu garagalchee,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Kanaan duubatti Yesus gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, achitti'llee namoota gurguranii fi bitan maraa ni baase. Minjaalota worra qarshii jijjiirttotaatii fi barcumoota worra handarii gurgurttootaa'llee ni garagalche.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuus gara mana woyyu'uu seenee namoota mana woyyuu keessatti bitatuu fi gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuullee gara galchee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:12
18 Referans Kwoze  

Yesuus Yeruusaalemitti mana woyyuu seenee, waan maraa haga laaleen maayessa, lafti waan dhiiteertuuf darasoota ufii kudha lamaan woliin gara Bittaaniya'aa dhaqe.


Hennaa Ayyaanni Faasika'aa ka Yihuudii dhiyaate, Yesuusillee gara Yeruusaalemii dhaqe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite