Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Yesuus hennaa Yeruusaaleem seene, qachaan guutuun raafamee, «Kun eennu?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yesus gara Yerusaalemii yeroo aseenetti namoonni magaala'aa marrinuu, «Kun eennu?» jechu'uun, ni jeeqaman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus hennaa Yerusaalem seene qachaan guutuun raafamee, «Kun eennu?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:10
14 Referans Kwoze  

«Gooftaa kiyya! Ati eennu?» jedheen. Innillee, «Ani Yesuusii at ariitu; worrana kana yoo mormite sitti jabaata»


Heroodisillee, Yohaannis ka ani morma isaa mursiise. Namni ani amma waan isaa dhagayu kun eennu? jedhee isa kana argu'uuf barbaada'aa ture.


Worri isaan woliin hurbaata nyaata'aa jiran garaa isaanii keessatti, «Kun ka cubbuu namaa dhiisu eennu? Woliin jedhan.


Barsiisonni Seera Muuse'ee tii fi Fariisonni, «Ka Rabbiin arabsu kun eennu inni? Rabbii tokkicha malee eennutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?» jedha'aa yaada'aa turan.


Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.


Mee, «Ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookiin baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan.


Mootiin Heroodisillee kana dhagayee naye.


Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite