Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Worri gara sa'aatii kudha tokkoffa'aatitti hujii galanillee dhufanii, marti isaaniituu mindaa guyyaa tokkoo fudhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Kanaaf worri sa'aatii kudha tokkotti mindeeffaman dhiyaatanii, tokko tokkoon isaanii dinaara tokko ni fudhatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Worri gara sa'aatii kudha tokkeesso'ootitti hujii galanillee dhufanii marti isaaniituu mindaa guyyaa tokkoo fudhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:9
10 Referans Kwoze  

Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.


Hennaa aduun dhiite, Abbaan maasaa woyinii sanii, ajajaa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra maayessa qaxarame irraa haga worra dura qaxarameetitti, mindaa isaanii kaffaliif.› jedheen.


Worri duraan qaxaraman hennaa dhufan, isaan caalaa guddaa waan fudhatan seeyanii; isaanillee ammo mindama guyyaa tokkoo fudhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite