Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Isaanillee ‹Nama nu qaxaru waan dhabneef as dhaabata'aarra› jedhaniin. ‹Inni ammo gara maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aa hujaa'a; waan isin gayu argatanii.› isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Isaan'llee, ‹nama nu mindeessu dhabinneeti› jedhaniin, inni'llee, ‹eegasuu isin'llee gara bakka biqilttuu woyinni'ii deema'aatii hojjadhaa!› isaaniin jedhe.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Isaan, ‹Nama nu qaxaru waan dhabneef as dhaabata'aarra› jedhaniin. ‹Inni ammo gara maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aa hujaa'a; waan isin gayu argattanii.› isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:7
16 Referans Kwoze  

Waan woyyoota tajaajiltaniif haga ammaallee waan tajaajila'aa jirtaniif hujii hojjattan, jaalala maqaa isaatiif mudhiftan akka hin irraanfanne Rabbi hamaa miti.


Dubbiin kunillee jalqaba dhalootaatii jalqabee dhossaa dhokatee ture amma ammoo woyyootatti mudhateera.


Garbichaa ta'ee yookiin wolabaan martinuu waan godhu waan mishaa maraa Gooftaa irraa gatii akka argatu waan beettaniif.


Eegasuu Oduu Nagayaa waan Gooftaa Yesuus Kiristoosii himame, ka woggaa bara dheeraa dhokate. Amma ammoo ka mudhate ka kitaaba Raattotaatiinillee himame; Rabbi baraa haga bara baraa ajaje amantaa ajajamu'uun akka ta'u haga dhossaan worra Yihuudota hin taane marrati beekkame; haga isinitti mudhate ka isin jajjabeessuu danda'u,


«Namoota kanniin maal haa goonuu? Maalaleen beekkama ta'e harka isaaniititti akka godhame Yeruusaalemiin keessa worra jiraatan marattuu mudhateera, dhossuu hin dandeennu.


Uduu hin halkanoofne hujii ka na ergee huja. Halkan eennullee hojjachuu hin dandeenne waan dhufuuf.


«Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.


Gara sa'aatii kudha tokkootitti bayee namoota biraa ka dhaabataniiran argee, ‹Guyyaa guutuu hujii malee maaf as dhaabattan?› isaaniin jedhe.


Hennaa aduun dhiite, Abbaan maasaa woyinii sanii, ajajaa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra maayessa qaxarame irraa haga worra dura qaxarameetitti, mindaa isaanii kaffaliif.› jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite