Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Gara sa'aatii kudha tokkootitti bayee namoota biraa ka dhaabataniiran argee, ‹Guyyaa guutuu hujii malee maaf as dhaabattan?› isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Gara saa'aatii kudha tokkoo titti'llee bayee namoonni bira'aa'llee dhaabatanii isaan argateeti, ‹isin hoo guyyaa guutuu hujii malee asi ka dhaabattan, maali'iif?› jechu'uun, isaan ni gaafate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Gara sa'aatii kudha tokkootitti bayee namoota biraa ka dhaabataniiran argee, ‹Maaf guyyaa guutuu hujii malee as dhaabattan?› isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:6
10 Referans Kwoze  

Uduu hin halkanoofne hujii ka na ergee huja. Halkan eennullee hojjachuu hin dandeenne waan dhufuuf.


Namoonni Ateena'aa maruu keessummoonni achi jiraatan, dubbii haarawa dubbachu'uu fi dhagayuu malee hujii biraa waan hin qabneef.


Inni gara sa'aatii jahaatii fi gara sa'aatii sagaliitittillee bayee akkasuma godhe.


Isaanillee ‹Nama nu qaxaru waan dhabneef as dhaabata'aarra› jedhaniin. ‹Inni ammo gara maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aa hujaa'a; waan isin gayu argatanii.› isaaniin jedhe.


Worri gara sa'aatii kudha tokkoffa'aatitti hujii galanillee dhufanii, marti isaaniituu mindaa guyyaa tokkoo fudhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite