Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Innillee isaaniin, ‹Maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aatii hojjadhaa'a! Waan isin barbaachisu ani isinii kennaa.› isaaniin jedhe. Isaanillee achi dhaqan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 ‹isin'llee gara bakka biqilttuu woyinni'ii deema'aatii hojjadhaa, herreega isinii malu'llee isinii ni kafala› isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Inni isaaniin, ‹Maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aatii hojjadhaa'a! Waan isin barbaachisu ani isinii kennaa› isaaniin jedhe. Isaan achi dhaqan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:4
12 Referans Kwoze  

Kanaafuu waan gootan marattuu qalbii teessan qopheessaa'a; worra uf qabdan ta'aa'a; hagatti jiraadhaa'a. Badhaadha Gooftaan Yesuus hennaa mudhatu isinii kennu san abdii godhadhaa'a.


Worri Rabbiin amanan hujii misha'aan uf eegganna'aan akka jabaatan, kanniin cimstee akka dubbattu si hoffolcha. Kun misha'aa fi waan namoota fayyadu.


Isinillee gooftoota! Samii irraa Gooftaa akka qabdan waan beettaniif garboota keessanii qajeellumma'aa fi fayyaalumma'aan isaan gargaaraa'a.


Isin keessallee gariin akka kanniinii turtan. Haata'uu ammoo Maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Ayyaana Rabbii keennaatiin dhiqattaniirtu woyyoomtaniirtan qajeellota taataniirtan.


Yesuus achii ka'ee uduu karaa san irra lufa'aaru, namicha Maatewoos jedhamu, ka bakka qaraxaa taa'ee qaraxu tokko argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ol ka'ee isa faanaa deeme.


Sa'aatii sadihitti bayee worra hujii hin qabne namoota biraa ka raasaa dhaabata'aaran arge;


Inni gara sa'aatii jahaatii fi gara sa'aatii sagaliitittillee bayee akkasuma godhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite