Wongeela Maatewos 20:25 - WAADAA LAMMATAA25 Yesuus ammo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin taane worra bulchan irratti guggurdonni worra isaan bulchan irratti baallii qaban akka mudhisan hin beettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Yesus garuu mara isaaniituu waamee akkana isaaniin jedhe, «Itti gaafatamoonni ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee bittoota ummata isaaniiti, durssitoonni isaanii'llee isaan irratti aangoo akka qaban ni beekittan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Yesuus ammo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin taane worra bulchan irratti, gugurdoonni worra isaan bulchan irratti baallii qaban akka mudhisan hin beettan. Gade chapit la |