Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Inni'llee tokko tokkoofuu guyya'aan dinaara tokko isaa kafalu'uuf wolii galee, hojjattoota gara bakka biqilttuu woyinni'ii titti ni erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Saantibii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:2
24 Referans Kwoze  

Busaayota arfan jiddu'utti qamadii haga wodhakkaa kiiloo tokkoo, garbuu diinaara sadihii diinaaraan zayiiti'ii fi woyinii hin miidhiin laagaa jedhu dhagaye.


Daa'imummaa kee irraa jalqabdee kitaabbillee woyyuu Yesuus Kiristoositti amanu'uun ogumma'aa fi fayyinna sii kennuu danda'an beetteerta.


Bariisaa san saantibii lamaa baasee namicha mana keessumma'aa eegutti kennee, ‹Ittiin gargaar; hennaa karaa kana deebi'u, kanaa olillee yoo baafte, sii kenna› jedheen.


Innillee afoo Goofta'aatitti waan nama guddaa ta'uuf, daadhii woyini'ii yookiin dhuddoo nama macheessu sirimaa hin dhugu, uduu garaa haadha isaa keessa jiru Ayyaana Woyyu'uun guuttama.


Birrii gibiraa mee natti mudhisaa'a» jedhe. Isaanillee santibii tokko itti fidan.


Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee?


Haata'uu ammoo hojjataan sun, achii bayee, hojjattoota keessaa hiriyyaa ufii ka gatiin birrii dhibbaa irra jiru tokko argee, ‹Gatii kiyya naa kanfali› jedhee, hudhee isa qabe.


darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Midhaan haamamu gudda'a worri haamu ammoo hago'o.


«Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.


Sa'aatii sadihitti bayee worra hujii hin qabne namoota biraa ka raasaa dhaabata'aaran arge;


Inni ammoo fakkeessitoota ta'uu isaanii waan beekeef, «Isin maaf na ataabdan? Mee laalaa, saantibii tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.


Mee saantibii takkattii natti mudhisaa'a, biftinii fi barreeffamni isaa ka eennuuti? isaaniin jedhe. Isaanillee deebisanii, «Ka Qeesaariiti» jedhaniin.


Worri gara sa'aatii kudha tokkoffa'aatitti hujii galanillee dhufanii, marti isaaniituu mindaa guyyaa tokkoo fudhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite