Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Achiin maayessa isaan itti baldan, hin dhaanan, akka isa fannisaniif worra Yihuudota hin ta'initti dabarsanii isa kennan. Guyyaa saddaffa'aatitti du'aa hin ka'a.» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef dabarsanii ni kennaniin, isaan'llee itti ni baldan, ni dhaananiin, ni fannisaaniin'lle'e, garuu guyyaa sadaffaa titti du'aa ni ka'a.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Achiin maayessa isaan itti baldan; hin dhaanan; akka isa fannisaniif worra Yihuudota hin ta'initti dabarsanii isa kennan. Guyyaa sadeesso'ootitti du'aa hin ka'a.» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:19
30 Referans Kwoze  

Hennaa san irraa jalqabee Yesuus darasoota ufiitiin, «Ani gara Yeruusaaleemii dhaqa; achitti harka manguddootaatitti, harka mootota gadootaatii fi barsiisota Seera Muuse'eetitti guddisee rakkadha, hin ajjeefama; guyyaa sadaffa'aatitti ammoo hin ka'a» jedhee darasoota ufiititti himuu jalqabe.


Nama kana Rabbi akkuma duri murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkomsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniiftanii ajjeeftan.


Gara keennallee dhufee, sabata Phaawuloosii fudhatee harkaa fi luka ufi hidhee, akkasuma Ayyaanni Woyyuun abbaan sabata kanaa Yihuudonni Yeruusaalemii akkanatti hidhanii harka worra Yihuudii hin taaneetitti dabarsanii kennaniin jedhaa'a jedhe.


Ilma kee woyyuu dibame Yesuusiin irratti Heroodisii fi Pheenxeenichi Philaaxoos banii Yihuudota hin taanee fi Isiraa'eliin woliin,


Akkana isaaniin jedhe, «Kiristoos hin rakkata; guyyaa saddaffa'aa du'aa hin ka'a.


Heroodisillee loltoota ufii woliin tuffatee itti balde. Uffata qandhafaa itti uwwisee, deebisee gara Philaaxoosii erge.


Akkuma lafti bariiteen obboroo bulchoonni gadootaa, manguddoonni, barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Yaa'iin murti'ii maruu woliin mari'atan. Achiin maayessa Yesuusiin hidhanii fuudhanii Philaaxoositti dabarsanii kennan.


Namoonni gariin Yesuusitti tufanii, ija isaallee hidhanii, «Eentu si dhaye? Mee raaga himi» jedha'aa tontoommo'oon isa dhayan. Hojjattoonnillee dhabanaasa'aa fuudhanii deemaniin.


Akkuma Yoonaasiin raattichi halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa qurxummii guddichaa keessa ture; maarre Ilmi Namaa halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa lafaa keessa tura.


isaanillee isa ajjeesan, guyyaa Sadaffa'aa du'aa hin ka'a» isaaniin jedhe. Isaanillee guddisanii gaddan.


Achiin maayessa inni Baarbaaniin isaanii hiikee, Yesuus ammoo tumamee akka fannifamu dabarsee kenneen.


«Gooftaa'a, dogoggorsaan sun uduu lubbu'uun jiru, ‹Guyyaa sadihiin maayessa hin ka'a› akka jedhe qaabanne.


Philaaxoos yaa'ii gammachiisu'uuf jedhee Baarbaaniin isaaniif hiike. Achiin maayessa Philaaxoos Yesuusiin shabbeenaan dhaansisee akka fannifamuuf dabarsee kenne.


Ilma namaa worra Yihuudota hin taaneef dabarsanii hin kennaniin, isaanillee itti baldan asii fi achi daddarba'aa itti tufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite