Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo, worri afo'oo maayessa ta'an worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o.» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kanaan duubatti Yesus, «Akkuma kana worra duuba irraa durssitoota, durssitoota ka ta'an'llee worra duuba irraa ni ta'an» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo'o; worri afo'oo maayessa ta'an; worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:16
18 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo hedduun isaanii ka duraa duuba, ka maayessaa ammoo dura ta'a.


Haata'uu ammoo ka duraa duuba, ka duubaa afoo ta'a.»


Worri waamaman heddu, worri filataman ammo hago'o» jedhe.


Ani akkana isiniin jedha, akkasuma Woyyoota araarri isaan hin barbaachifne sagaltamii sagal irra cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti hin gammadan.»


Eegasuu maal jenna? worri Yihuudii hin taane ka qajeellummaa hin hordofne qajeellummaa argatan. Inni ammoo qajeellummaa amanta'aan ta'e.


«Karra dhipho'oon seenaa'a! Karaan gara badi'ii fidu badha'a; karrillee badhoo waan taateef, worri karra saniin seenu heddu.


Dursee ka murteesse kanniin ammoo hin waameen; worra waame kanniin ammoo qajeellota taasise, worra qajeellota taasise kanniin ammoo hin kabajje.


Ani akkana isiniin jedha, worra waamaman sanniin keessaa, namni tokkollee hurbaataa kiyya afaaniinillee hin qabu!› jedhe» jedheen.


Kanaafuu dubbii maleekkootaa, innillee dubbii Rabbii hennaa nurraa fudhattan, dhugaa isin keessa jiru isin worra amantan birattillee akkasuma akka hojjatu akka dubbii Rabbiititti malee, akka dubbii namaa gootanii waan hin fudhanneef, nullee hennaa maraa uduu addaan hin kunne Rabbiin galateeffanna.


Dhufuu seeraatiin balleessaan baay'ate, Haata'uu ammoo cubbuu baay'ateef cubbuun du'a irratti akkuma mooye, akkasuma ammoo, sababaa badhaadhummaa Gooftaa Yesuusiitiin, sababa qajeellummaatiif jireenna bara baraatiin akka mooyuuf badhaadhinni maraa caale.


Kanaaf akkana isiniin jedha guddiftee waan jaalala guddaa mudhifteef cubbuun hedduu isi'ii dhiifameera. Ka jaalala diqqoo qabuuf waan diqqatu dhiifamaaf.


Isaan lamaan kanniin keessaa kamtu waan abbaan barbaade hojjate?» jedheen. Isaan, «Hangafticha» jedhan. Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha. Worri qaraxa guuruu fi seebartoonni jeennata Rabbii galu'uun isin firrisan» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite