Wongeela Maatewos 20:13 - WAADAA LAMMATAA13 Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee? Gade chapit laWaadaa Haarawa13 «Abbaan biqilttuu woyinni'llee hojjattoota keessaa tokkoon akkana jechu'uun ni deebiseef, ‹yaa waahela kiyya! Womaayyuu si hin miine, ka wolii galle guyya'aan dinaara tokko si kafalu'uufii mitii ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya! si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee? Gade chapit la |