Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:12 - WAADAA LAMMATAA

12 ‹Hojjattoonni duubarra qaxaraman sa'aatii tokko calaa hujan, ati ammoo nu worra aduu keessatti gubbata'aa dadhaba'aa oolleen nuun wolqixxeessita› jedhanii abbaa maasaa woyini'iititti guunguman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 ‹isaan kunniin muummee irraan dhufanii ka hojjatan saa'aatii tokko qofaaf, garuu guyyaa guutuu oo'a adu'uutiin gubata'aa, nu'u worra huji'iin dadhaba'aa oolleen woliin, wol qixa isaan taasftte.›

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 ‹Hojjattoonni duuba irra qaxaraman sa'aatii tokko callaa hujan; ati ammo nu worra aduu keessatti gubata'aa dadhaba'aa oolleen nuun wol qixxeessita› jedhanii abbaa maasaa woyini'iititti guunguman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:12
20 Referans Kwoze  

Bubbeen gara bita'aatii yoo bubbise, ‹Bona ta'a› jettan akkasuma hin bona.


Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba.


Haga sa'aatii kanaa hin beelofna, hin dheebonna, hin daarra, gad qabamna, hin xaarra


Eegasuu boonuun kee meeti ree? Inni hafeera; Seera kamiin? Seera huji'iitiinii? Miti seera amanta'aatiin malee.


Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite