Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Qarshii fudhataniiti abbaa bakka biqilttuu woyinni'ii irratti akkana jechu'uun, ni guunguman,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:11
14 Referans Kwoze  

Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haata'uu ammoo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.


Maruu arganii keessummaa nama cubbamaa ta'u'uuf seenee jedhanii guunguman.


Kunniin worra akka fedha dharraa ufiitiin jiraata'aa gugumanii fi worra waan hiree ufiitiif gururi'an. Isaan akka isaanii toluuf nama wol caalchisa'aa hagaa ol dubbii guddaa dubbatan.


Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.


Fariisonninii fi Barsiisonni Seera Muuse'ee, Kun cubbamoota simata, isaan woliin nyaata jedhanii itti guunguman.


Faariisotaa fi barsiisonni seera Muuse'ee gariin, «Isin maaf qaraxxootaa fi cubbamtoota woliin nyaattan? maaf dhuddan?» jedhanii darasoota Yesuusiititti guunguman.


Worri duraan qaxaraman hennaa dhufan, isaan caalaa guddaa waan fudhatan seeyanii; isaanillee ammo mindama guyyaa tokkoo fudhatan.


‹Hojjattoonni duubarra qaxaraman sa'aatii tokko calaa hujan, ati ammoo nu worra aduu keessatti gubbata'aa dadhaba'aa oolleen nuun wolqixxeessita› jedhanii abbaa maasaa woyini'iititti guunguman.


Urgooftuun tun silaa gatii woggaa tokkoo caala'atti gurguramtee, saantimiin kun hiyyeeyyi'iif kennamuu hin woyyuu» jedhanii hincinnaayanii isi'iin lolan.


Eeganaa Yihuudonni, «Xoroshoon sami'ii bu'e ana» waan jedheef isatti guunguman.


Yesuus ammoo darasoonni waan kanaaf akka gururi'an garaa ufii keessatti beekee, akkana isaaniin jedhe, «Kun isin gufachiisaa?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite