Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Worri duraan qaxaraman hennaa dhufan, isaan caalaa guddaa waan fudhatan seeyanii; isaanillee ammo mindama guyyaa tokkoo fudhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Worri jalqaba mindeeffaman yeroo dhiyaatanitti caala'atti waan isaanii kafalu isaanitti fakkaatee, ture, garuu isaan'llee tokko tokkoon isaanii qarshii kudha shanii, ni fudhatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Worri duraan qaxaraman hennaa dhufan, waan isaan caalaa guddaa fudhatan seeyan; isaan ammo mindama guyyaa tokkoo fudhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:10
4 Referans Kwoze  

Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.


Worri gara sa'aatii kudha tokkoffa'aatitti hujii galanillee dhufanii, marti isaaniituu mindaa guyyaa tokkoo fudhatan.


Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.


Achiin maayessa Pheexroos deebisee, «Kunoo nu woma maraa dhiifnee si faanaa deemneerra, eegasuu nu maal arganna ree?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite