Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:1 - WAADAA LAMMATAA

1 «Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 «Mootummaan Sami'ii titti hojjattoota bakka biqilttuu woyinni'ii keessa hojjatan mindeessu'uuf, ganama obboro'oon ka baye abbaa bakka biqilttu'uu fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 «Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:1
22 Referans Kwoze  

«Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.


Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


karaa Yesuus Kiristoosiitiin afoo ufiititti waan isa gammachiisu isiin keessatti raawwata'aa akka isin fedha isaa mishaa mara gootaniif guutuu isin haa taasisuu. Isaaf baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Kanaaf obboleeyyan tiyya! Jaalatamtoota dadhabbiin keessan, Goofta'aan duwwaa akka hin taane, waan beettaniirtaniif, worra midhaaffatan ka hin sochoone worra hujiin Goofta'aa hennaa maraa isinii baay'ate ta'aa'a.


Jirmi woyini'ii ka dhuga'aa ana. Ka isa dhaabee guddisellee Abbaa kiyya.


Yesuus itti aansee, «Hennaa san jeennanni sami'ii durba kudhanii ta ibsaa isaanii qabatanii idaayyaa reebbatu'uuf bayan fakkaatti.


«Jeennanni sami'ii mootii ilma ufiitiif cidha godhe tokko fakkaatti.


Yesuus ammallee mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii raacitii dubartiin takka fuutee daakuu ganaa sadihiitiin wolitti mattee ta daakuu san maraa bukeessitu fakkaatti» jedhe.


Yesuus mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii nama gumaa hexoo ka namni tokko fuudhee qonna ufii keessatti facaase fakkaatti;


Yesuus ammallee, «Jeennanni sami'ii nama biyya biraa deemu'uuf ka'ee, hojjattoota ufii waamee qabeenna qabu amaanaa isaanitti kennate tokko fakkaatti.


Kunillee akka nama mana ufii hojjattoota ufiititti dhiisee, isaan maraafuu hujii kennee, ka balbala eegu jabaatee akka eegu seeree deeme fakkaata.


Yesuus ammallee, «Ee! Yeruusaalem, Yeruusaaleem, qachaa raattota ajjeeftuu fi worra gara kee ergame dhaka'aan tumtu! Akka lukkuun ilmoolee ufii koola ufii jalatti wolitti qabattu, anillee hennaa meeqa ijoollee tee wolitti qabuu barbaade; isin ammo hin diddan.


Yesuus isaaniin, «Maal isinitti fakkaata? Namichi tokko ijoollee lama qaba; inni gara hangaftichaa dhaqee, ‹Ilma kiyya, adha hulee woyini'ii dhaqii huji› jedheen.


Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite