Wongeela Maatewos 2:8 - WAADAA LAMMATAA8 «Dhaqa'aatii, waan daa'imaa midhaassa'aa qoradha'aa; hennaa isa argitan, anillee dhaqee akka isaa sagadu natti himaa'a» jedhee, gara Beeteliheemii isaan erge. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Akkana'llee jedhee gara Beteliheem titti isaan ni erge, «Deema'aatii waayee daai'maa ufi eegganna'aan qoradhaa, yeroo argattanitti, ani'llee dhaqee akka isaa sagaduuf koota'aatii natti himaa.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Akkana jedhee isaan erge, «Beeteliheem dhaqa'aatii waan daa'imaa midhaassa'aa sirri'itti hubadhaa'a; hennaa isa argitan anillee dhaqee akka isaa sagadu natti himaa'a» Gade chapit la |