Wongeela Maatewos 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 Heroodiis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleefatee hubate. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Kanaan duubatti Heerodis worra qorattoota urjji'ii ta'an sanniin dhossa'aan waamsisee, yeroo sirrii ta'e ka urijjiin itti argamitte gaafatee ni hubate, Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Kanaan maayessa Heroodis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleeffatee hubate. Gade chapit la |