Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Isaan akkana jedhaniin «Biyya Yihuuda'aa qachaa Beeteliheemiititti dhalata; kun dubbii raagaan,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Isaan'llee akkana jechu'uun ni deebisaniif, «Nabiyyichaan raaginni akkana jedhu waan barreeffameef, Masihiin ka dhalatu, arddii Yihuda'aa magaalaa Beetelihemitti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Isaan akkana jedhanii deebisaniif, «Raanni karaa raattichaatiin biyya Yihuuda'aa qachaa Beetaliheemitti Masihichi dhalata ka jedhu waan barreeffameeruuf»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:5
11 Referans Kwoze  

Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.


Bara Heroodis mootii ta'eeru, qachaa Beetelihem Yihuuda'aa keessatti Yesuus dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin Urjii qoran karaa baya adu'uutii gara Yeruusaalemii dhufan.


Inni bulchoota gadootaatii fi barsiisoota Seera Muuse'ee wolitti qabee, «Kiristoos eessatti dhalata?» jedhee isaan gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite