Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Mootiin Heroodisillee kana dhagayee naye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Nugufnni Heerodis'llee kana yeroo dhagayetti ni naye, namoonni Yerusaalmii marri'llee isa woliin ni nayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Mootichi Heroodis kana dhagayee naye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:3
14 Referans Kwoze  

Yesuus ammallee, «Ee! Yeruusaalem, Yeruusaaleem, qachaa raattota ajjeeftuu fi worra gara kee ergame dhaka'aan tumtu! Akka lukkuun ilmoolee ufii koola ufii jalatti wolitti qabattu, anillee hennaa meeqa ijoollee tee wolitti qabuu barbaade; isin ammo hin diddan.


Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.


«Mootiin Yihuudotaa ka dhalate, eessa jira? nu urjii isaa karaa aduun baatutti arginee, isaa sagadu'uuf dhufneerra» jedhanii iyyaafatan.


Inni bulchoota gadootaatii fi barsiisoota Seera Muuse'ee wolitti qabee, «Kiristoos eessatti dhalata?» jedhee isaan gaafate.


Woraanaa fi oduu woraanaa hin dhageettan; akka hin rifanne uf eeggadhaa'a; Kun ta'uun isaa dirqama, haata'uu ammo ammallee dhumni hin geenne.


Lolaa fi oduu lolaa hennaa dhageettan, hin sodaatinaa'a. Wonti akkasii kun hin ta'a; Haata'uu ammoo barri dhumaa ammallee hin geenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite