Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Arkelawoos bakka abbaa isaa Heroodisii akka mooye hennaa dhagaye, garas deemuu waan sodaateef, eebju'uun ka gara biyya Galiila'aa deemu argee, gara biyya Galiila'aa deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Garuu Aekelaawos bakka abbaa isaa Heerodisii bu'ee, arddii Yihuda'aa irratti mootomuu isaa yeroo dhagayetti, Yooseef garas deemu'uuf ni sodaate. Ta'u'llee eebjju'uun qajeelchi waan isaa kennameef, gara arddii Galiila'aa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Arkelaawoos bakka abbaa ufii Heroodisii akka mooye hennaa dhagaye, garas deemuu waan sodaateef eebju'uun ka gara biyya Galiila'aa deemu argee garas deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:22
18 Referans Kwoze  

Yooseefii fi Maariyaam waan Seerri Goofta'aa ajaju mara haga godhanii fixaniin maayessa, gara qachaa ufii gara Naazireetii, ka Galiilaa keessatti argamuu deebi'an.


Isaanillee deebisanii, «Atillee akkasuma nama Galiila'aatii? Raanni namoota Galiilaa keessaa akka hin kaane qorii laali» jedhaniin.


Yesuus hennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordanoosii dhufe.


Haga Heroodis du'een maayessa, Maleekaan Goofta'aa eebju'uun Yooseefitti mudhate.


Uduu inni kana yaada'aaru, Maleekkaan Goofta'aa eebju'uun itti mudhateeti akkana isaan jedhe, «Yooseef Ilma Daawitii, qaadhimamtuun tee Maariyaam Ayyaana Woyyu'uun waan ulfoofteef isii fuudhuu hin sodaatin.


Bara Heroodis mootii ta'eeru, qachaa Beetelihem Yihuuda'aa keessatti Yesuus dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin Urjii qoran karaa baya adu'uutii gara Yeruusaalemii dhufan.


Innillee ka'ee daa'imaa fi haadha qabatee, gara biyya Isira'eelii gale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite