Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Wonti inni raagallee, «Laagaan Raama'atti dhagayame, laagaa wocaa fi booyaa ti. Raahel ijoollee ufiitiif bootte; ijoolleen isi'ii waan dhumatteef, jajjabaachuu dadhabde» jedha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 «Raahel waayee ijoollee isi'iitiif yoo boottu, qooniqqi ani bade'eetii fi booya hadhaaya'aa Raama'atti ni dhagayame, ijoolleen isi'ii lubbu'uun waan hin jirreef, obissu'uuf'llee ni didde.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Wonti inni raage, «Laagaan Raama'atti dhagayame, laagaa wocaa fi booyaati. Raahel ijoollee ufiitiif bootte; ijoolleen isi'ii waan dhumatteef, jajjabaachuu dadhabde» jedha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:18
12 Referans Kwoze  

Bajjaan tokko samii wodhakka'aa bararee laagaa gudda'aan waan Maleekkota sadihii xurumbaa afuufu'uuf ta'anii, waan laagaa Maleekkota biraa worra lafa irra jiraataniif isaanii aanne'e! Hennaa jedhu dhagaye.


Akka kanaan wonti raattichi Ermiyaas jedhe raawwatame.


Namoonni maruu bade bade jedha'aa booya'aa turan. Inni ammoo, «Hin rafteerti malee, hin duunee hin booyinaa'a» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite