Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Worri urjii qoru akka isa soban hennaa hubate, Heroodis guddisee aare. Hennaa urjiin itti mudhatte worra urjii qoran irraa akka gaafatee hubatetti, daa'imman Beetelihem keessaatii fi naannoo san maraa, ta woggaa lamaa yookiin achii gadi ta'an loltoota ufii ergee ajjeesisiise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kanaan duubatti Heerodis qorattoonni urjji'ii akka isa sobaniin yeroo hubatetti, haalaan ni dallane, gara Beethlihemiitii fi gandoota naannoo jiran mara lolttoota isaa ergee, akkaatama bara qorattoota urjji'ii irraa hubateetiin, umriin isaanii woggaa lama ka ta'anii fi achii gadi ka ta'an, Beetlihemii fi naannoo isi'ii ka turan daa'imman dhiiraa ni ajjeesise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Kanaan maayessa worri urjii qoratan akka isa soban hennaa hubate Heroodis guddisee aare. Hennaa urjiin itti mudhatte worra urjii qoratan irraa akka gaafatee hubatetti daa'imman Beeteliheemiin keessaatii fi naannoo sanii maraa ta woggaa lamaatii fi ta achii gadii ta'an loltoota ufii ergee ajjeesisiise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:16
21 Referans Kwoze  

Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe.


Bara Heroodis mootii ta'eeru, qachaa Beetelihem Yihuuda'aa keessatti Yesuus dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin Urjii qoran karaa baya adu'uutii gara Yeruusaalemii dhufan.


Heroodiis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleefatee hubate.


Akka kanaan wonti raattichi Ermiyaas jedhe raawwatame.


Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite