Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Yooseefillee halkanniin ka'ee haadha fi daa'imallee qabatee, gara biyya Misirii deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Kanaaf Yooseef halkaniin ka'eeti, daaima haadha woliin qabatee, gara biyya Gibxii ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Yooseef halkaniin ka'ee haadha fi daa'imallee qabatee gara biyya Misirii deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:14
6 Referans Kwoze  

Kanaafuu Yihuudonni mana woyyuu keessatti qabanii na ajjeessu'uuf yaalii godhan.


Yooseefillee hirribaa dammaqee, akkuma Maleekkaan Rabbii isa ajaje godhe. Qadhimamtuu ufiillee gara mana ufii fudhate.


Haga ogeeyyiin sun gara biyya ufii deebi'an, ergamaan Goofta'aa eebju'uun Yooseefitti mudhatee, «Heroodis daa'ima ajjeesuu waan barbaaduuf, ka'iitii, daa'imaa fi haadha isaa qabadhuutii gara Misirii baqadhu; haga ani sitti himutti achuma taa'i» jedheen.


Haga Heroodis du'utti achuma taa'e; Gooftaan afaan raagaatiin, «Ani biyya Misiriitii ilma kiyya waame» jedhee dubbate suni akka raawwatamuuf kun ta'e.


Hennaa san darasoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, Gooftaa keenna banne! jedha'aa isa kaasan. Innillee dammaqee bubbe'eef danbalii bisaanii teedeffatee cadhisiise. Dambaliinillee hin cadhise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite