Wongeela Maatewos 2:12 - WAADAA LAMMATAA12 Achiin maayessa isaan gara Heroodisii akka hin deebine, Rabbi eebju'uun waan isaan uf eeggachiiseef, karaa biraatiin gara biyya ufii deebi'an. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Gara Heerodisii'llee akka hin deebineef Waaqinni eebjju'uun waan isaan ufi eeggachiiseef, qorattoonni karaa bira'aatiin gara biyya isaanii deebi'anii ni deeman. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Achiin maayessa Rabbi akka isaan gara Heroodisii hin deebine eebju'uun waan isaan seereef karaa biraatiin gara biyya ufii deebi'an. Gade chapit la |
Isaanillee deebisanii, «Nu ajajaa dhibbaa ka Qorneelewoos jedhamu biraa dhufne; inni qajeela'aa fi nama Rabbiinillee sodaatu ka Yihuudota maraa biratti kabajjama'aa fi ka maqaa mishaa qabu; inni gara mana ufii si waamsisee, waan ati jettu akka dhagayu, maleekkaan woyyuun isatti dubbate» jedhanii deebisaniif.