Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Mana seenanii, daa'ima haadha isaa Maariyaamiin woliin arganii, gad kufanii isaa sagadan. Achiin maayii Saanduqa ufii bananii, kennaa worqi'ii, Hiixana fi qumbii isaa kennan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 gara manaa'llee aseenanii daa'ima haadha isaa Maariyaamiin woliin uduu jiru ni arganiin, kufanii'llee ni sagadaniif, sanduuqota isaanii'llee bananii kennaa worqqi'ii, ixaanaatii fi qumbi'ii'llee ni dhiyeessaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Mana seenanii daa'ima haadha isaa Maariyaamiin woliin arganii gad kufanii isaa sagadan. Achiin maayii Saanduuqa ufii bananii kennaa worqi'ii, Hixaanaa fi qumbii kennaniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:11
33 Referans Kwoze  

Isaan daddafanii hennaa dhaqan Maariyaamii fi Yooseefiin argan, Daa'imallee moonaa Loonii keessa gongaa horiin okaya keessaa nyaatu keessatti argan.


«Mootiin Yihuudotaa ka dhalate, eessa jira? nu urjii isaa karaa aduun baatutti arginee, isaa sagadu'uuf dhufneerra» jedhanii iyyaafatan.


Anillee isaa sagadu'uuf luka isaa jalatti kufe, innillee, «Akka akkas hin goone uf eegi! Anillee obboleeyyan kee kaawwan woliin akkuma worra ragaa Yesuusii qabanii garbicha, ragaan Yesuusii Ayyaana raaga'aa waan ta'eef, Rabbii sagadi» naan jedhe.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Hennaa kitaaba fuudhe, busayoonni afurii fi manguddoonni diddamii afurii hoolaa afo'otti kufanii, isaan maruu girgiraa worqi'ii ka hixaanaatiif faatee qulqullootaa meeshaa ittiin kaddaaman qaban.


Haannaan hennama san dhuftee Rabbiin galateeffattee, waan daa'imaa worra bilisa bayuu Yeruusaaleemii eeggatu marattuu dubbatte.


Dhaloonni Yesuus Kiristoosii akkana. Haati isaa Maariyaam Yooseefiif kennamtee uduu jirtu, inni isi'itti uduu hin dhandhe Ayyaana Woyyu'uun ulfooftee argamte.


Isaanillee urjiin akka dhaabatte hennaa argan guddisanii gammadan.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Akkasuma Niqoodimoosiin achiin dura halkaniin gara Yesuusii dhufee, qumbi'ii fi hadhaa hargiisaan wolitti makame, haga karbee xaasaa afurtamaa gayu qabatee dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite