Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Isaanillee urjiin akka dhaabatte hennaa argan guddisanii gammadan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Urjjicha'llee yeroo arganitti haalaan ni gammadan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Isaan akka urjiin dhaabatte hennaa argan guddisanii gammadan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:10
9 Referans Kwoze  

Tissoonni akkuma isaaniin jedhame waan dhagayanii argan maraafuu Rabbiin galatoonfata'aa kabajja'aa deebi'an.


Maleekkaan Rabbiillee akkana isaaniin jedhe, oduu gammachu'uu ka banii maraaf ta'u waan isinitti himuuf, «Hin sodaatinaa'a!


Isaan waan Mootiin isaaniin jedhe dhagayanii, ka'anii bayanii deeman; Baya biftu'uutitti urjiin isaan argan sun, haga hulee daa'imni jiruu san irra dhaabattutti afoo isaanii deemte.


Mana seenanii, daa'ima haadha isaa Maariyaamiin woliin arganii, gad kufanii isaa sagadan. Achiin maayii Saanduqa ufii bananii, kennaa worqi'ii, Hiixana fi qumbii isaa kennan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite