Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Bara Heroodis mootii ta'eeru, qachaa Beetelihem Yihuuda'aa keessatti Yesuus dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin Urjii qoran karaa baya adu'uutii gara Yeruusaalemii dhufan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Bara nugusa Heerodisii titti arddii Yihuda'aa titti ta argamittu, magaalaa Beetelihemii itti Yesus yeroo dhalatetti, qorattoonni urjji'ii baya adu'uutii gara Yerusaalemii ni dhufan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Bara Heroodis mootii ta'e Yesuus qachaa Beeteliheemii Yihuuda'aa keessatti dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin urjii qoran karaa baya biiftu'uutii gara Yerusaalemii dhufan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:1
25 Referans Kwoze  

Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.


Adha qachaa Daawitii keessatti qorsi isinii dhalateera; innillee Gooftaa Kiristoos.


Isaan akkana jedhaniin «Biyya Yihuuda'aa qachaa Beeteliheemiititti dhalata; kun dubbii raagaan,


Haga isiin ilma hangafaa deettuutti inni isii bira hin geenne. Maqaa isaallee Yesuus jedheen.


Hennaa Maleekkonni isaan biraa fooyamanii gara sami'ii ol bayan, tissoonni, «Ka'aa mee, gara Beeteliheemii dhandhee, waan ta'e kana, ka Gooftaan nutti hime laallaa!» woliin jedhan.


Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaallee fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'iillee Elsaabeex jedhama.


Haga Heroodis du'een maayessa, Maleekaan Goofta'aa eebju'uun Yooseefitti mudhate.


Mootiin Heroodisillee kana dhagayee naye.


Heroodiis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleefatee hubate.


Worri urjii qoru akka isa soban hennaa hubate, Heroodis guddisee aare. Hennaa urjiin itti mudhatte worra urjii qoran irraa akka gaafatee hubatetti, daa'imman Beetelihem keessaatii fi naannoo san maraa, ta woggaa lamaa yookiin achii gadi ta'an loltoota ufii ergee ajjeesisiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite