Wongeela Maatewos 19:8 - WAADAA LAMMATAA8 Yesuus deebisee, «Sababa mata-jabeenna keessaniitiif Muuseen akka isin haadha manaa teessan hiittan isin hoffolche malee, Duri ammoo akkasii miti jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Inni'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Museen haadha worraa keessan akka hiikitaniif ka isinii eeyyamame, onneen keessan jabaatee sababaa dhibiddoota ta'uu keessaniitiin, jalqaba garuu akkana hin turre. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Yesuus deebisee, «Sababa mata jabeenna keessaniitiif Muuseen akka isin haadha manaa teessan hiittan isin hoffolche malee, dur akkasii miti» jedheen. Gade chapit la |