Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Maarre isaan ammaa achi foon tokko malee, lamaa miti. Kanaaf waan Rabbi tokko godhe namni addaan hin baasin.» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 kanaaf isaan ammaa achitti qaama tokko malee lamaa miti. Eegaa ka Waaqinni wolitti maraaree tokko taasise, naminni addaan hin fooyin.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Maarre isaan ammaa achi foon tokko malee, lamaa miti. Kanaaf waan Rabbi tokko godhe namni addaan hin baasin.» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:6
10 Referans Kwoze  

Ka Rabbi tokko godhe namni addaan hin baasin!» isaaniin jedhe.


Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammoo Rabbi isaanitti murteessa.


Dubartiin heerumte abbaan manaa lubbu'uun hennaa jiru isa woliin seeraan waan hidhamteertuuf, abbaan manaa isi'ii yoo du'e ammoo seera isiin abbaa manaa isi'ii san woliin hidhamte irraa hiikkamteerti.


Akkasuma abbaan manaa akka nafa ufiitiiti haadha manaa isaanii jaalachuun isaan barbaachisa. Ka haadha manaa ufii jaalatu uf jaalata.


« ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee?


Isaanillee, Eegasuu Muuseen, «Abbaan manaa woraqata hiikka'aa kenneefii akka isii hiiku, maaf ajaje ree?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite