Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:5 - WAADAA LAMMATAA

5 « ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Dabalee'llee ‹waayee kanaan naminni haadhaa fi abbaa isaa dhiisee haadha worraa isaa woliin wolitti ni makama, lamaanuu qaama tokko ni ta'an,›

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 « ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa; haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:5
19 Referans Kwoze  

Haati manaa qaama ufii irratti baallii hin qabdu; baalliin ka abbaa manaa isi'iiti. Akkasuma ammoo abbaan manaa qaama ufii irratti baallii hin qabu; baalliin ka haadha manaa isaati.


Haata'uu ammoo, sababaa rakkoo seebaraatiif dhiirtii martinuu haadha manaa ufii haa qabaatuu. Akkasuma dubartiin martinuu abbaa manaa ufii haa qabaattuu.


Kanaafuu namni haadhaa fi abbaa ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiititti maxxana. Isaan lamaanuu foon tokko ta'an.


Moo ka seebartootaan wol ta'u foon tokko akka ta'u hin beettanii? «Lachuu foon tokko ta'an» waan jedhameeruuf.


Jaalalitti teessan uf mudhisu'uun hin ta'in. Waan hamaa jibba'aa, waan misha'an wolii galaa'a.


Maarre isaan ammaa achi foon tokko malee, lamaa miti. Kanaaf waan Rabbi tokko godhe namni addaan hin baasin.» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite