Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Worri Fariisotaa gariin gara Yesuusii dhufanii, isa qoru'uuf, «Namni tokko sababaa kamiinuu haadha manaa ufii gadi dhiisuun seeraa?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yeroo sanitti Farisoonni gara isaa dhiyaatanii isa qormmaatu'uuf barbaadanii, «Naminni haadha worraa isaa sababa maali'iitiin akka isii hiikuun ni eeyyamamaaf?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Worri Fariisotaa gariin gara Yesuusii dhufanii isa qoru'uuf, «Namni tokko sababaa kamiinuu haa ta'uu haadha manaa ufii gad dhiisuun seeraa?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:3
12 Referans Kwoze  

Fariisonni gariin dhufanii dubbii afaan isaatii bayuun isa qabu'uuf jedhanii, namni haadha manaa ufii hiikuun seeraa? jedhanii gaafatan.


Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.


Inni ammoo fakkeessitoota ta'uu isaanii waan beekeef, «Isin maaf na ataabdan? Mee laalaa, saantibii tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa waan inni dubbatuun isa qabu'uuf jedhanii, worra Fariisotaatii fi worra gara Heroodisii ta'an keessaa jara tokko Yesuusitti ergan.


Isaan keessaa, namichi Seera Muuse'ee beeku tokko, isa qoratu'uuf jedhee,


Worri Fariisotaa fi worri Saduqootaa gara Yesuusii dhufanii, samii irraa malkata akka isaanitti mudhisu Isa kadhatan.


Haati manaallee abbaa manaa ufii irraa hin fooyamin. Yoo fooyamte ammoo heeruma malee haa teettuu yookiin abbaa manaa ufiitiin haa araaramtuu; abbaan manaallee haadha manaa ufii hin dhiisin jedhee worra wol fuudhe ajaja. Ajanyi kunillee ka Goofta'aa ti malee kiyyaa miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite