Wongeela Maatewos 19:26 - WAADAA LAMMATAA26 Yesuusillee gara isaanii laalee, «Wonti kun namaaf hin danda'amu, Rabbiif ammoo maruu hin danda'ama» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa26 Yesus gara isaanii laalee, «Wonitti kun namaaf waan hin danda'aminne, Waaqaaf garuu marrinuu ni dandda'amaaf» jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Yesuusillee gara isaanii laalee, «Wonti kun namaaf hin danda'amu; Rabbiif ammo maruu hin danda'ama» isaaniin jedhe. Gade chapit la |