Wongeela Maatewos 19:25 - WAADAA LAMMATAA25 Darasoonni isaa hennaa waan kana dhagayan, guddisanii maalalanii, «Eegasuu eentu fayyuu danda'a ree?» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Barattoonni isaa'llee kana yeroo dhagayanitti haalaan maalalffatan, «Eegaa, ennutuu fayyu'uuf dandda'a ree?» jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Darasoonni isaa hennaa waan kana dhagayan guddisanii maalalanii, «Eegasuu eentu fayyuu danda'a ree?» jedhan. Gade chapit la |